Jilli Dooktar Tashoomaa Addunyaan durfamu magaalaa Shaggar kutaa magaala Malkaa Noonnootti hojiilee misooma daawwate

Finfinnee, Guraandhala 1, 2015(FBC)- Jilli Kantiibaa Magaalaa Shaggar Dooktar Tashoomaa Addunyaan durfamu kutaa magaala Malkaa Noonnootti hojiilee misooma hojjetamaa jiran daawwateera.

Jilichi kutaa magaalaa Malkaa Noonnoo Aanaalee Malkaa Gafarsaa, Beeroofi Noonnootti hojiilee misooma hojjetamaa jiran daawwachuu OBN gabaaseera.

#Ityoophiyaa #Ethiopia #Oromiyaa #Oromia #ShaggarCity

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment