Jilli Dooktar Liyaa Taaddasaatin durfamu magaalaa Jimmaa gale

Finfinnee, Bitootessa 16, 2014 (FBC) –Jilli Ministira Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaatin durfamu magaalaa Jimmaa galeera.

Jilichi sagantaa keellaa fayyaa dhaloota 2ffaa akka biyyaatti Godina Jimmaa Aanaa Saqqaa Coqorsaatti eegalamurratti hirmaachuufi jedhameera.

Jilichi buufata Xiyyaaraa Jimmaa Abbaa Jifaar wayita ga’u Itti Aanaa Bulchaa Godina Jimmaa Obbo Yusuuf Shaaroo dabalatee qaamolee garaagaraatiin simannaan taasifamuufi ragaan kominikeeshinii godina Jimmaarra argame ni muul’isa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

Comments (0)
Add Comment