Finfiinnee , Gurraandhala 15, 2014 (FBC)- Jilli Ministira Ministeera Fayyaan Dooktar Liyaa Taaddasaatin durfamu lammiilee godina Booranaa hongeen miidhaman daawwachuuf godinicha galeera.
Jilichaan hoggantoonni dhaabbata nyaata Addunyaa fi Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaatin haammatamaniiru.
Muluu Waaqshumeetu gabaase
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.