Jilli Dooktar Girmaa Amanteen durfamuu proojektii bishaan dhugaatii aanaa Nageellee Arsii daawwate

Finfinnee, Muddee 16, 2013 (FBC)- Jilli Sadarkaa itti aanaa Preezdaantii fi Qindeessaa Kilaastera Misooma Baadiyaa Oromiyaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu proojektii bishaan dhugatii Godina Arsii Lixaa Aanaa Nageellee Arsii daawwateera.

Proojektiin kun hawaasa gandoota 7f taajaajilaa kan laatudha jedhameera.

Ijaarsii proojektii bishaan dhugaatii Cirrii,Sirbaa fi Laaluu Jila %96 irraa ga’uu ragaan waajjira Dhimmota Kominikeeshinii godina Arsii Lixaarraa argame ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment