Finfinnee, Sadaasa 17, 2016 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu naannoo Sidaamaatti Piroojektii misooma fi Qurxummii daawwateera.
Dooktar Girmaa Amantee fi Itiyoophiyaa, Eertiriyaa, Sudaanii fi Sudaan Kibbaatti Daayrektara Baankii Addunyaa Oosmaan Diyoon dabalatee hoggantooni mootummaa federaalaa fi naannoo Sidaamaa daawwannicharratti argamaniiru.
Jilichi Piroojektoota Misooma Beelladaa fi Qurxummii naannichaa daawwateera.
Giddu gala horsiisa lukkuu aanaa Daallee daawwachuun jajjabeessuu TOI gabaaseera.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.