Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC) – Jilli Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa fi Obbo Geetuu Gammachuun durfamu godina Jimmaatti hojii misooma qonnaa daawwateera.
Jilli kun hoggantoota Ministeera Qonnaafi sekteroota itti waamamtootaa, Hoggantoota Biiroo Qonnaa Naannoleefi qooda-fudhattoota waliin hojii inisheetiivota qonnaa Naannoo Oromiyaatti hojjetamaa jiran godina Jimmaa Aanaa Maannaatti kilaastera bunaafi dammaa daawwachuu ragaan BQO Oromiyaarraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.