Jilli Dooktar Fiqiruu Raggaasaan durfamu naannoo Sidaamaatti misooma beelladaa daawwate

Finfinnee, Bitootessa 10, 2014 (FBC) – Jilli Ministir Deetaa Ministeera Qonnaa Dooktar Fiqiruu Raggaasaan durfamu Naannoo Sidaamaatti Misooma Beelladootaa daawwateera.

Jilli sosochii Misooma Beelladootaa daawwachuun jajjabeessera.

Magaalaa Hawaasaa fi naannawaa isheetti misooma aannanii fi horsiisa lukkuu daawwateera.

Jilli kun Magaalaa Yirgaaleem, Borchaa fi Lookoo Abbayyaatti hojiilee ekisteenshinii misooma beelladaa kan daawwatu ta’uus himameera.

Maddi:-TOI

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment