Jilli Dooktar Ergoogee Tasfaayeen durfamu haala hongee naannoo Somaalee ilaaluuf Godee gale

Finfinnee, Eebila 27, 2014 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa Dooktar Ergoogee Tasfaayeen durfamu haala hongee naannoo Somaalee ilaaluuf Godee galeera.

Jilichi turtii isaan haala deeggarsaa maatii horsiise bulaa beelladoota isaanii sababa hongeen dhabaniif taasifamaa jiru kan daawwatu ta’uu ibsameera.

Jilichi haala horsiise bultoota hongeen miidhaman waaraan dhaabuun danda’amurratti hooggansa naannichaa waliin kan mari’atu ta’uu TOI gabaaseera.

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment