Jilli Dooktar Abiyyiin durfamu daawwannaa hojiif Turki magaalaa Ankaaraa gale

Finfinnee, Hagayya 12, 2013 (FBC) –Jilli Muummee Ministiraa Dooktar FDRI Abiy Ahimadiin durfamu daawwannaa hojiif Turki magaalaa Ankaaraa galeera.
 
Dooktar Abiy turtii isaaniin Preezdaantii Turki Reesiip Xaayip Eerdoogaan waliin dhimmoota hariiroo waloo fi naannaawwarratti ni mari’atu jedhameera.
 
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment