Finfinnee, Fulbaana 18, 2016 (FBC) – Jilli Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon durfamu Magaalaa Jimmaa galeera.
Jilli hoggantoota mootummaa Federaalaa fi naannolee of keessatti hammate kun piroojektoota misoomaa hojjetamaa jiran gamaaggamuuf magaalaa Jimmaa galuu ragaan Waajjira Muummee ministiraarraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.