Jilli Abbootii qabeenyaa Paakistaan Paarkii Indaastirii Boolee Lammii daawwate

Finfinnee, Caamsaa 20, 2016 (FBC) – Jilli Abbootii Qabeenyaa Paakistaan miseensota 80 ol of keessatti hammate Paarkii Indaastirii Boolee Lammii daawwateera.
Jilichi paarkicha keessatti bu’uuraalee misoomaa abbootii qabeenyaaf qophaa’e, haala adeemsa oomisha fi kenniinsa tajaajilaa daawwachuu ragaan Korporeeshinii Misooma Paarkiiwwan Indaastiriirraa argame ni mul’isa.
Comments (0)
Add Comment