Jilli Aadde Saa’adaan durfamu buufata biqiltuu Moojootti qophii biqiltuuwwanii daawwate

Finfinnee, Sadaasa 1, 2015 (FBC) – Jilli Af-yaa’ii Caffee Oromiyaa Aadde Saa’adaa Abduramaan durfamu buufata biqiltuu Moojootti qophii biqiltuuwwan garaagaraa daawwateera.

Ayyaanni Sabaafi Sablammootaa bara kanaa tajaajila lammummaa akka naannoo Oromiyaatti hojjetamaa jiran irratti hirmaachuun kan kabjamu yoo ta’u, jilli kunis qophii biqiltuuwwan adda addaa buufatichatti qophaa’aa jiran daawwachuu ragaan Caffee Oromiyaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment