Jilli aadde Caaltuu Saaniin durfamu magaalaa Aggaarootti daawwannaa taasisaa jira

Finfinnee, Muddee 12, 2013 (FBC)-  Jilli itti aantuu Preezdaantii fi Qindeessituu Misooma Magaalota Oromiyaa aadde Caaltuu Saaniin durfamu magaalaa Aggaarootti daawwannaa taasisaa jira.

Jilichi proojaktii ijaarsa daandii koobilstoonii fi sochii waldaalee IMX daawwachaa jiraachuu ragan Waajjira Dhimmota Kominikeeshinii Mootummaa Godina Jimmaarra argame ni miil’dhisa.

Jilichi dabalataniis magaalaachatti adeemsa baruu fi barsiisuu mana barumsaa Raas Dastaa sadarkaa 1ffaas daawwatera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

Comments (0)
Add Comment