Finfinnee, Amajjii 6, 2014 (FBC)- Jilli Kantiibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen durfamuu naannoo Somaalee magaalaa Jigjigaa galeera.
Jilichi wayita buufata xiyyaaraa naannichaa ga’uu Preezdaant Naannoo Somaalee Obbo Musxafee Umarii fi aanga’oota mootummaa naannichaan simannaa taasisaanifiiru.
Jilichi naannichatti hoongee muudateen walqabate akkaataa deeggarsa taasisuun danda’amurratti mari’achuuf akka tahe ragaan arganne ni mul’isa.
Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.