Finfinnee, Bitootessa 24, 2016 (FBC) – Jila Atileetiksii Shaampiyoonaa Qaxxaamura Biyyaa Addunyaa 45ffaa Sarbiyaa Magaalaa Beelgireeditti dorgomamerratti hirmaachuun qabxii gaarii galmeessuun deebi’eef sagantaan beekkamtii kennuu gaggeeffameera.
Bu’aan argame jajjabeessaa ta’uu fi dorgommii itti aanuuf xiyyeeffannoon qophaa’uun barbaachisaa ta’uu Pireezidaantiin Federeeshinii Atileetiksii Itiyoophiyaa gargaartuun Komishinaraa Daraartuu Tulluun saganticharratti haasawa taasiisaniin himaniiru.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.