Finfinnee, Fulbaana 12, 2016 (FBC)- Jijjiirraan baraa Saba Kambaataa “Maasaalaa” Godina Kaambaataa Magaalaa Duraameetti sirna hoo’aan kabajamaa jira.
Sirni kabajaa ayyaanichaa kaleessaa kan eegale yoo ta’u, bakka hawaasni naannawichaa argamanitti kabajamaa jira.
Ayyaanni Maasaalaa, hawwii olaanaan kan eegamu ta’uun hawaasa naannawichaa biratti bakka olaanaa kan qabuudha jedhameera.
Birhaanuu Bagaashaatu gabaase.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.