Jeneraal Adam Mahaammad gita isaanii Kuwaatar waliin mari’atan

Finfinnee, Muddee 28, 2012 (FBC) – Eetaamaajoorrin Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI Jeneraal Adam Mahaammad gita isaanii Kuwaatar waliin mari’atan.

Eetaamaajoorri Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI Jeneraal Adam Mahaammad hogganaa gita isaanii Kuwaatar Leetinaal Jeneraal Ghaanem Bin Shaabeeh Al Ghaanim   waliin mari’ataniiru.

Marii isaanii kanaanis hariiroo biyoonni lameen qaban dhimmoota cimsuu danda’anirratti marii taasisaniiru.

Marii Kuwaatar Dohaatti gaggeeffameerratti gaggeessitoonni raayyaa ittisaa olaanoon biyyoota lameen irraa walitti babba’an hirmaataniiru.

Comments (0)
Add Comment