Finfinnee, Mudde 13, 2015 (FBC) – Mootummaan Jarman Ityoophiyaatti deeggarsa namoomaaf kan oolu Yuuroo miiliyoona 20 ramaduu beeksiiseera.
Deeggarsichi gama Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Biiroo Qindeessaa Dhimmoota deeggarsa namoomaan kan raabsamu ta’uu ragaan Ityoophiyaatti Imbaasii Jarmaniirraa argame ni mul’isa.
Deeggarsichi lammiilee sababa balaa uumamaa fi namtolcheen deeggarsa barbaadaniif oola jedhame.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.