Finfinnee, Onkololeesa 1, 2016 (FBC) – Mootummaan Jarmanii fi Itiyoophiyaatti sagantaan Nyaataa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Itiyoophiyaaf deeggarsa Yuuroo miiliyoona 10 taasiisaniiru.
Deeggarsichi naannoo Amaaraa, Tigraayii fi Afaariitti lammiilee sababa rakkoo nageenyaan miudhaman deebisanii dhaabuuf oola jedhame.
Itiyoophiyaatti Ambaasaaddarri Jarman Isteefan Awuyerii fi Itiyoophiyaatti bakka bu’uun sagantaa Nyaataa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Turhaan Saaleehi waliigalticha mallatteessaniiru.
#Oromia # Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.