Finfinnee, Hagayya 21, 2014 (FBC) – Mootummaan Jaappaan Afrikaaf Doolaara biiliyoona 30 laachuuf waadaa galeera.
Waraanaa Raashiyaa fi Yuukreen Hordofee sadarkaa idil addunyaatti hanqinni dhiyeessii midhaan nyaataa muudachuu Muummeen Ministiraa Jaappaan Fuumiiyoo Kiishiidaan Yaa’ii hoggantootaa Jaappaan – Afrikaa Tuuniiziyaatti gaggeeffamaa jirurratti haasawa taasiisaniin ibsaniiru.
Waraanicha hordofee Jaappaan biyyoota Afrikaaf midhaan nyaataa dhiyeessuuf xiyyeeffannoon ni hojjetti jedhan.
Waggaa 3 keessatti Doolaara biiliyoona 30 laachuuf waadaa galaniiru.
Madd:- Rooyiteersi
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.