Jaalala qooduu fi hunda ija tokkoon ilaaluun haqummaan tajaajuu qabna – Aadde Adaanach Abeebeen

Finfinnee, Eebila 16, 2014 (FBC) – Gamtaan mana Amantaa Kiristiyaanaa ayyaana Hiikaa Istaadiyeemii magaalaa Finfinneetti kabajaniiru.

Jaalala qooduu fi hunda ija tokkoon ilaaluun haqummaan tajaajuu qabna jedhan Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen.

Miidhamnullee dhiifamaan darbuun jaalala agarsiisuun hiikoo Du’aa ka’uu Iyyasuus Kistoos agarsiisuu qabna jechuun ergaa dabarsaniiru.

Preezdaantiin hordoftoota Wangeelaa Maggaaba Tsaadiq Abdoon gama isaaniin,
Du’aa ka’uun Iyyasuus Kiristoos rakkoo, haala abdii nama kutachiisu, fi dukkana ce’uun gara ifa haaraatti darbuu fi injifannoon ba’uu muul’isa jedhan.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment