Ityoophiyaatti yaa’iin jalqabaa invatsimantii geejjibaa gaggeeffamuufi

Finfinnee, Bitootessa 13, 2013 (FBC)- Ityoophiyatti yaa’iin jalqabaa invatsimantii geejjibaa Ityoophiyaatti ni gaggeeffama.

Yaa’ichi Roobii fi Kamisa gaggeeffama jedhameera.

Ministirri Ministeera Geejjibaa aadde Daagamaawwit Mogaas karoorri hoggansa waggaa 10 akka dhaabbataatti qophaa’ee sagantichaa waliin kan wal simee ta’uu himaniiru.

Yaa’icharratti muul’dhataa fi karooraa waajjira ministeerichaa bu’uureeffachuun dhaabbileen damichaa kan hirmaatan ni ta’a.

Waltajjicharratti misooma proojektii daandii 44, daandii geejjibaa, loojastikiis, dameewwan geejjibaa baaburaa fi xiyyaaraarratti ni mari’atamaan jedhameera.

Faasikaaw Taaddasaatu gabaase

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofanaYuutyuubii

https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment