Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 885 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame

Finfinnee, Amajjii 30, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 885 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 3 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 6,677f gaggeeffameen vaayrasichi namoota 885 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.

Namoonni haaraan 88 dandamataniiru.

Namoonni 14,569 yaalarratti argamu.

Namoonni 208 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 3 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 2,148 darbeera.

Ityoophiyaatti waliigala hanga ammaatti namoonni 142,338 dhibichaan qabamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment