Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 771 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame

Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 771 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 2 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 7,011f gaggeeffameen vaayrasichi namoota 771 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.

Namoonni haaraan 127 dandamataniiru.

Namoonni 12,289 yaalarratti argamu.

Namoonni 228 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 2 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 2,087 darbeera.

Ityoophiyaatti waliigala hanga ammaatti namoonni 136,365 dhibichaan qabamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment