Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 749 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame

Finfinnee, Amajjii 27, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 749 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 4 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 6,002f gaggeeffameen vaayrasichi namoota 749 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.

Namoonni haaraan 254 dandamataniiru.

Namoonni 13,747 yaalarratti argamu.

Namoonni 209 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 4 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 2,126 darbeera.

Ityoophiyaatti waliigala hanga ammaatti namoonni 140,157 dhibichaan qabamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment