Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 683 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame

Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 683 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 9 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 6,554f gaggeeffameen vaayrasichi namoota 683 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.

Namoonni haaraan 793 dandamataniiru.

Namoonni 15,283 yaalarratti argamu.

Namoonni 243 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 9 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 2,167 darbeera.

Ityoophiyaatti waliigala hanga ammaatti namoonni 144,249 dhibichaan qabamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment