Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 570 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame

Finfinnee, Amajjii 29, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 570 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 9 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 6,564f gaggeeffameen vaayrasichi namoota 570 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.

Namoonni haaraan 290 dandamataniiru.

Namoonni 13,775 yaalarratti argamu.

Namoonni 219 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 9 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 2,145 darbeera.

Ityoophiyaatti waliigala hanga ammaatti namoonni 141,453 dhibichaan qabamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment