Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 477 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame

Finfinnee, Amajjii 25, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 477 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 13 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 5,605f gaggeeffameen vaayrasichi namoota 477 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.

Namoonni haaraan 838 dandamataniiru.

Namoonni 12,937 yaalarratti argamu.

Namoonni 228 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 13 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 2,116 darbeera.

Ityoophiyaatti waliigala hanga ammaatti namoonni 138,861 dhibichaan qabamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment