Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 476 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame

Finfinnee, Amajjii 19, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 476 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 8 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 5,852f gaggeeffameen vaayrasichi namoota 476 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.

Namoonni haaraan 846 dandamataniiru.

Namoonni 11,366 yaalarratti argamu.

Namoonni 217 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 8 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 2,083 darbeera.

Ityoophiyaatti waliigala hanga ammaatti namoonni 135,045 dhibichaan qabamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment