Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 469 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame

Finfinnee, Amajjii 16, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 469 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 3 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 6,045f gaggeeffameen vaayrasichi namoota 469 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksise.

Namoonni haaraan 686 dandamataniiru.

Namoonni 12,283 yaalarratti argamu.

Namoonni 236 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 3 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 2,066 darbeera.

Ityoophiyaatti waliigala hanga ammaatti namoonni 133,767 dhibichaan qabamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment