Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 457 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame

Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 457 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame

Finfinnee, Muddee 9, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 457 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 7 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 5373f gaggeeffameen vaayrasichi namoota 457 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksise.

Namoonni haaraan 827 dandamataniiru.

Namoonni 15,116 yaalarratti argamu.

Namoonni 267 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 7 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 1,853 darbeera.

Ityoophiyaatti waliigala hanga ammaatti namoonni 119,951 vaayrasichaan qabamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment