Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 451 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame

 

Finfinnee, Muddee 18, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 451 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 8 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 4,639f gaggeeffameen vaayrasichi namoota 451 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksise.

Namoonni haaraan 10,024 dandamataniiru.

Namoonni 11,660 yaalarratti argamu.

Namoonni 224 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 8 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 1,909 darbeera.

Ityoophiyaatti waliigala hanga ammaatti namoonni 122,864 dhibichaan qabamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment