Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 397 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame

Finfinnee, Muddee 12, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 397 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 8 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 4242f gaggeeffameen vaayrasichi namoota 397 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksise.

Namoonni haaraan 701dandamataniiru.

Namoonni 14,804yaalarratti argamu.

Namoonni 265 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 8 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 1,861 darbeera.

Ityoophiyaatti waliigala hanga ammaatti namoonni 120,348 dhibichaan qabamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment