Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 297 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame

Finfinnee, Muddee 26, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 297 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 2 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 4,157f gaggeeffameen vaayrasichi namoota 297 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksise.

Namoonni haaraan 243 dandamataniiru.

Namoonni 11,357 yaalarratti argamu.

Namoonni 262 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 2 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 1,950 darbeera.

Ityoophiyaatti waliigala hanga ammaatti namoonni 125,919 dhibichaan qabamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment