Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,543 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame

Finfinnee,Bitootessa 1, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 1,543 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota15 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 7,819 gaggeeffameen vaayrasichi namoota 1,543 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.

Namoonni haaraan 503 dandamataniiru.

Vaayrasichi yeroo ammaa namoota 27,375 irratti argama.

Namoonni 438 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 15 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 2,466 darbeera.

Ityoophiyaatti waliigala hanga ammaatti namoonni 169,878 dhibichaan qabamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment