Ityoophiyaatti iddoowwan hedduutti humni elektirikaa adda cite deebi’ee hojii eegaleera

Finfinnee, Sadaasa 15, 2013 (FBC)- Har’a Ityoophiyaatti iddoowwan hedduutti humni elektirikaa adda citee ture deebi’ee hojii eegaluu Humni Elektirikaa Ityoophiyaa beeksise.
 
Adda kan cite humni elektirikicha har’a guyyaa keessaa sa’aatii 7 irraa eegalee sababa rakkoo teekinikaaf ta’uu beekameera.
 
Rakkoo teekinikaa mudatee furuun humna elektirikichaa deebiseera.
 
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
 
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.
 
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa.

 

 

 

 

 

 

 

 

Comments (0)
Add Comment