Ityoophiyaatti hanga bara 2018’tti biqiltuuwwan biiliyoona 50 dhaabameera-MM Abiy Ahimad

Finfinnee, Waxabajjii 3, 2015 (FBC)- Ityoophiyaatti hanga bara 2018’tti biqiltuuwwan biiliyoona 50 dhaabamuu Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsan.

Sagantaa Ashaara magariisaa Boqonnaa 1ffaan biqiluuwwan biiliyoona 25 dhaabuun milkaa’uu Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad ibsaniiru.

Sagantaan Ashaaraa magariisaa marsaa 2ffaan Mata duree “Egeree keenya har’a haa dhaabnu” jedhuun kan gaggeeffamuu boqonnaa kanaan biqiltuuwwan biiliyoona 25 dhaabuuf karoorfamuu ibsuu ragaan Waajira Muummee Ministiraarraa argame ni mul’isa.

Ashaaraan Magariisni hambaa dhalootaatti darbudha ta’uu eeruun, jijjiirama haala qilleensaa fi golgolaa’uu naannawaa damdamachuuf karoora biyyaa taasisuu himaniiru.

Sagantichi carraa hojii uumuu fi daandii wabiin nyaataa ittiin mirkanaa’u keessaa tokko ta’uu eeranuun kan yaadatamuudha.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment