Finfinnee, Onkololeessa 11, 2014 (FBC)- Ityoophiyaatti giddugala yaala Onnee daa’immaniif deeggarsi Birrii miiliyoona 6 taasifameera.
Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri giddugala yaala Onnee daa’immanii artiist Masarat Maabiratee Ameerikaatti bulchiinsotaa garagara keessaatti turtii taasifteen deeggarsa Ityoophiyaanootarra Birrii miiliyoona 6 walitti qabdeetti giddugalichaaf laatteetti.
Sagantaa galateeffannaa fi beekkamtii gaggeeggameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.