Ityoophiyaatti dhaabbileen kumni 3 fi  500 ol galma’aanii hojiirra jiru

Finfinnee, Sadaasa 6, 2014 (FBC)- Ityoophiyaatti dhaabbileen biyyaa alaa fi keessaa kumni 3 fi 500 ol galma’aanii hojiirra jiraachuu Ejansiin Dhaabbilee  Siiviilii Hawaasa beeksiseera.

Daayreektarri olaanaan Ejensichaa obbo Jumaa Dilboo akka ibsaniitti, yeroo amma kana Ityoophiyaatti dhaabbileen kumni 3 fi 500 ol galma’aanii hojiirra jiru jedhaniiru.

Damichi kana duraa labsiin ittiin hogganamaa ture hawaasa keessaatti ilaalchi burjaaja’aan akka uumamuu taasiseera.

Kana yaada keessaa galchuunis dhiyeenya gurmaa’insaa haaraan akka caaseffamu taasisuun dhaabbileen tajaajila laataan akka fooyyeessan himaniiru.

Maddi:-DHPI

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

 

 

Comments (0)
Add Comment