Ityoophiyaatti deeggarsa namoomaa walitti qaburratti xiyyeeffannoon hojjetamuu qaba jedhame

Finfinnee, Bitootessa 10, 2013 (FBC) –Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti ergamaan addaa Ityoophiyaa ambaasaaddar Taayyee Atsiqasilaaseen Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti qindeessaa deeggarsa yeroo ariifachiisaa Maark Loowukuuk waliin mari’ataniiru.
Hojiilee naannoo Tigraayiitti deeggarsa namoomaa dhiyeessuuf hojetamanii fi bu’a argamerratti mari’achuu isaanii ambaasaaddar Taayyeen Fuula Tiwiitarii isaanirratti barreessaniiru.
Ityoophiyaatti hojii deeggarsa namoomaa walitti qabuurratti xiyyeeffannoon hojjetamuu akka qabu marii isaaniin kaasaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment