Finfinnee, Gurraandhala 11, 2013 (FBC)- Ityoophiyaatti ambaasaaddarri Swiidiin Haans Heenriikii fi bakka bu’aa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Dhaabbanni Deeggarsa Daa’immanii Idil Addunyaa Adeelee Kaahoodrii godina Matakkalitti lammiilee buqqa’aan daawwataniiru.
Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Dhaabbanni Deeggarsa Daa’immanii Idil Addunyaa mootummaa Ityoophiyaa fi qaamolee deeggartootaa waliin buqqatootaaf tajaajila fayyaa, nyaata, biishaan dhugaatii laachaa jiraachuu ibsameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.