Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Swiidiin Preezdaantii Mootummaa naannoo Amaaraa waliin marii’atan

Finfinnee, Gurraandhala 12, 2013 (FBC) – Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Swiidiin Haansi Heenriik Preezdaantii Mootummaa naannoo Amaaraa obbo Aganyaw Tashaagar waliin marii’atan.
Marichaan sochii misoomaa fi deeggarsa namoomaa naannichaa irratti marii’ataniiru.
Dabalataanis, mootummaan Swiidiin naannoo Amaaraatti gama ‘UNICEF’n bakkeewwan deeggarsa taasisu daawwataniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment