• Waraanni Ityoophiyaarratti baname waraana buburreedha
• Waraanni buburreen kunneen waraanaa odeeffannoo, dippiloomaasii, saayibarii fi ergamaa fa’i
• Waraana buburree kana dursinee waan hubanneef Raayyaa Ittisaa fi Poolisii cimaa ijaareerra
• Dhaabbilleen nageenyaa wayita ijaaraman, qajeelfama afuriin akka gaggeeffaman taasifneerra. Sabummaa, Amantaa, ilaalcha siyaasaa fi faayidaan gowwoomfamanii nageenya biyyaa balaarraa buusuu akka hinqabne hojjetameera.
• Har’a qofaaf utuu hintaane dhaloota boriif akka darbutti ta’ee ijaarameera
• Kana keessatti Raayyaan Ittisaa %95 milkaa’eera. Poolisii fi tiki guddateera.