Ityoophiyaanoota Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’aniif iddoon turtii qophaa’e

Finfinnee, Bitootessa 20, 2014 (FBC) – Ityoophiyaanoota Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’aniif iddoon turtii qophaa’uu Ministeerri Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa beeksiseera.

Lammiilee Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’aan yeroodhaaf iddoon turtii yeroo maqaa baratamaa Wasan 2ffaa jedhamuun waamamuutti kan argamuu mooraan turtii yeroo lammiilee baqattummaarra deebi’aan keessaatti qophaa’eera.

Hoggantoonni olaanoon Ministeericha iddoo qophaa’e kana daawwataniiru.

Lammiilee gara biyyatti deebi’aan deebisanii dhaabuuf hojjetamaan jiraachuu ragaan Ministeerichaarra argame ni muul’isa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

Comments (0)
Add Comment