Finfinnee, Waxabajjii 29, 2013 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa kumni 2 fi 631 gara biyyaa deebi’aniiru.
Lammiilee Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti argaman gara biyyaa deebisuuf hojiin qindoomina qabu hojjetamaa jiraachuu himameera.
Bu’uuruma kanaan lammiilee kumni 2 fi 631 gara biyaasaanii akka deebi’aan taasifamuu ragaan Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaarra argamee ni muul’dhisa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.