Finfinnee, Adooleessa 6, 2013 (FBC)-Lammiileen Ityoophiyaa kumni 2 fi 6 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’aniiru.
Lammiilee Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti argaman gara biyyaa deebisuuf hojiin qindoomina qabu hojjetamaa jiraachuu himameera.
Lammiilee gara biyyaa deebi’an keessaa 633 dubartootaa fi daa’immaan 248 dabalatee waliigala kumni 2 fi 6 gara biyyasaanii deebi’aniiru.
Deebitoonni buufata Xiyyaaraa Boolee Idil Aaddunyaa wayita ga’aan simannaa taasifamuufi ragaan Ministeera Dhimma Alaarra argamee ni muul’dhisa.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.