Ityoophiyaanoonni kumni 2 fi 234 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Waxabajjii 26, 2013 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa kumni 2 fi 534 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa dee’aniiru.

Lammiilee Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti argaman gara biyyaa deebisuuf hojiin qindoomina qabu hojjetamaa jiraachuu himameera.

Bu’uuruma kanaan kaleessaa lammiilee kumni 2 fi 534 gara biyaasaanii akka deebi’aan taasifamuu ragaan Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaarra argamee ni muul’dhisa.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

Comments (0)
Add Comment