Ityoophiyaanoonni 412 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa 412 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’aniiru.

Daa’imman 152 dabalatee lammiileen 412 guyyaa har’a gara biyyaa kan deebi’an.

Deebitoonni kunnee wayita buufata xiyyaaraa idil addunyaa boolee ga’an bakka bu’aa daayreektara jeneralaa Dhimmoota Qoonsilaa Ministeera Dhimma Alaan Simatamuu ragaan ragaan Waajjira Dubbii Hima Ministeera Dhimma alaarra argamee ni muul’dhisa.

Feesbuuki keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment