Ityoophiyaanoonni 336 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Amajjii 29, 2013 (FBC)-Lammileen Ityoophiyaa 336 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’aniiru.
Bakka bu’aan daayreektara jeneraalaa dhimmoota Qonsilaa Ministiraa Dhimma Alaa Buufata Xiyyaaraa Idila Addunyaa Booleetti argamuun lammiilee kanneen simataniiru.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
Comments (0)
Add Comment