Ityoophiyaanoonni 282 Sa’uud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa 282 Sa’uud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’aniiru.
Lammiileen gara biyyaa deebi’an hundi dhiroota yoo ta’an, bakka bu’aan daayreektara waliigala dhimmoota Qonsiilaa Ministeera Dhimma Alaa Buufata Xiyyaaraa Boolee Idil Addunyaatti simannaa taasisaniiruf.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.!
Comments (0)
Add Comment